Jechoota Afaan Oromoo Qubee Irraa Gara Jechaatti # Learn Afan Oromo #Amharic English letters
Kokeb Academy
0:00 / 0:00
Jechoota Afaan Oromoo Qubee Irraa Gara Jechaatti # Learn Afan Oromo #Amharic English letters
358 просмотров · 12 дней назад
Kokeb Academy
9,96 тыс. подписчиков
358 просмотров · 12 дней назад
Jechoota Afaan Oromoo Qubee Irraa Gara Jechaatti bifa salphaa, miidhagaa fi ifa ta'een ijoollee, barattootaa fi hordoftoota keenyaaf qabannee dhiyaannee jirra. Barumsi kun qubeewwan tokko tokkoon walitti fiduun akkaataa jechoota itti ijaaran, dubbisan fi barreessan barachuuf baay'ee mijaawaadha.Maaloo chaanaalii keenya Like, Share fi Subscribe gochuun nu jajjabeessaa, yaada fi gaaffii qabdan hunda yaada (comment) irratti nuuf barreessaa!
Nu Quunnamuuf:
Telegraamii / Miidiyaa Hawaasaa: @KokebAcademyEdu
Bilbila: +251923490406
Galatoomaa! Thanks for watching!