Galaana Jaalalaa ♥️ Ogeessa seeraa Waliiin
Monet Beksisa Official и ещё 3
0:00 / 0:00
Galaana Jaalalaa ♥️ Ogeessa seeraa Waliiin
4 270 просмотров · 17 часов назад
Monet Beksisa Official и ещё 3
4 270 просмотров · 17 часов назад
Galaana Jaalalaa ♥️
Baga gara Galaana Jaalalaa dhuftan!
Torbaan torbaaniin dhimmoota jaalalaa, jireenyaa fi muuxannoo nama barsiisan isin biraan geenya.
Har'as keessummaa Ogeessa seeraa ta'e qabannee dhufne jirra. Jaalalaa fi bultii keessatti waantota ija seeraatiin Ilaalamuu qaban nuuf qoodaniru
Sagantaa kana irraa waan hedduu akka barattan abdii guddaa qabna. Guutummaatti ilaalaa, yaada keessan comment jalatti nuuf qoodaa, akkasumas namoota biraaf share godhaa.
YouTube Channel: Monet Beksisa Official subscribe gochuun nu jajjabeessaa. 🔔
Like 👍 | Comment 💬 | Share 📤
Galatoomaa jechuun isin eegganna. ❤️
#GalaanaJaalalaa #MonetBeksisaOfficial #Jaalala #SeenaaJireenyaa #OromoYouTube #LoveStory #Oromoo