Ustaz ibsaa hasan: zikrii yeroo hunda dagachuu hin qabne,|dhaggeeffadhuApril 2026
Al-Huda Media
0:00 / 0:00
Ustaz ibsaa hasan: zikrii yeroo hunda dagachuu hin qabne,|dhaggeeffadhuApril 2026
6 713 просмотров · 5 месяцев назад
Al-Huda Media
19,1 тыс. подписчиков
6 713 просмотров · 5 месяцев назад
Zikrii jechuun yaadannoo Rabbii ti. Video kana keessatti Ustaz Ibsa Hasan gorsa cimaa fi qalbii namaa tuqu dhiyeessa. Zikrii jireenya keenya keessatti akkamitti barbaachisaa akka ta’e, akkamitti nu fayyadu, akkasumas maaliif yeroo hunda zikrii gochuu qabnu ibsa bal’inaan argattu.
👉 Yoo qalbii kee tasgabbeessuu barbaadde,
👉 Yoo rakkoo jireenya keessaa bahuu feetu,
👉 Yoo Rabbii kee itti dhiyaachuu barbaadde,
📌 Video kana irraa barnoota guddaa ni argatta!
LIKE 👍 SHARE 🔁 SUBSCRIBE 🔔 gochuu hin dagatin!#sheek Amin Ibro#nuuralhudaa#Qur’aanaa tafsiiraQur’aanaa#hadiisa#sheekAnwaryusuf
#Zikrii #Dhikr #UstazIbsaHasan #OromoIslamic #GorsaJireenyaa #IslamOromo #Reminder #MuslimOromo #Qalbii #Iimaan #BarnootaIslaamaa #Daawah #IslamicReminder