KIRISTAANAA JECHUUN MAALI? | Paster Desta Hinsamuu | Elohim Media
ELOHIM MEDIA
0:00 / 0:00
KIRISTAANAA JECHUUN MAALI? | Paster Desta Hinsamuu | Elohim Media
128 просмотров · 2 дн. назад
ELOHIM MEDIA
1,09 тыс. подписчиков
128 просмотров · 2 дн. назад
Kiristaanaa jechuun maal jechuudha?
Kiristaana ta'uun maqaa Kiristaanaa qabaachuu qofa moo jireenya Yesuus Kiristoosiin geggeeffamu jiraachuu jechuudha?
Barumsa hafuuraa kana keessatti Paster Desta Hinsamuu waliin hiika Kiristaanaa ta'uu, amantii dhugaa fi jireenya Kiristoosiin geggeeffamu irratti barumsa gabbataa ni argattu.
📖 Barumsa kana irraa wantoota hedduu baradhaa; ergaa kana hiriyoota keessan, maatii keessanii fi obboloota keessan waliin qooddadhaa.
📺 Chaanaalii YouTube: ELOHIM MEDIA
👍 Like godhaa
💬 Yaada keessan Comment irratti barreessaa
🔔 Chaanaalii keenya Subscribe godhaa; viidiyoowwan haaraa argachuuf Bell icon tuqaa.
📤 Barumsa kana namoota biroofis qoodaa.
ELOHIM MEDIA — Ergaa gaarii babal'isuuf!