Guta Teklu - Mootummaa Kee
Guta Teklu
0:00 / 0:00
Guta Teklu - Mootummaa Kee
8 367 просмотров · 4 г. назад
Guta Teklu
6,95 тыс. подписчиков
8 367 просмотров · 4 г. назад
#SUBSCRIBE #LIKE #SHARE
Tokko tokkoon deemee kan ture gadhiise
Ulfina isa caalu argee bakka dhiise
Kan ibsu ija qalbii dhugaa kee mul'iste
Sagalee gammachuun fagooti na waamte
Bulchiinsi waaqarraa na keessa buufate
Joora kan hambisuu qajeelcha qabate
Haaromsee qixeesse jaalalaan mo’ate
Ayaanni ijaaru olii na dhuunfate
Mootummaa keetu dhufe(3x)
Yesus situ naaf ife
Fedheen harka koo laadhe siifan bitame
Balbala laphee koon bane nan booji’ame
Qooda rakkinaa gaddaa yeelloof salphinaa
Yesus si ta'e manakoof gonfoo ulfina
Kristoos nuuf sidhaa Wangeelli keennamte
Raajummaa faarfannaan lallabni nu guutte
Kottaa dhugaa jettee nu waamte burqaakeetti
Adunyaan kan dhabee nagaaf boqonnaakeeti
Dukkana gidduuti harkisee kan baasu
Gaabbii tokko malee duratti adeemsisu
Birmaduu hafuuraa ulfinatti geessu
Simboo tu nuu dhufe kan nurraa beeksisu
Mootummaa keetu dhufe(3x) Yesus situ nuuf ife
Mootummaa koo Yesus, naaf laate, naa taate keessakoo buufatte