HNN:Araarri WBO fi Motummaa jiddutti bu'uun Ummata Oromoo ni fayyadaa?
Hegeree Media
0:00 / 0:00
HNN:Araarri WBO fi Motummaa jiddutti bu'uun Ummata Oromoo ni fayyadaa?
5 901 просмотр · Трансляция закончилась 2 года назад
Hegeree Media
63,3 тыс. подписчиков
5 901 просмотр · Трансляция закончилась 2 года назад
-Araarri WBO fi Motummaa jiddutti bu'uun maalin Ummata Oromoo fayyada?
-Araarri WBO Motummaa araara Ummata Oromoo fayyadu tahuu qaba ja'ame.
-Motummaan Abiy Ahmed kallattii hundaan lola WBO-rratti labsuun maal ibsa?
-Lola N/Amaraa-tti deemaa jiruun walqabatee deggarsi nyaataa hawaasa naannichaa dhaqqabuu dhabuun ibsame.
-Baankiin Misooma Afrikaa fi Motummaan Abiy Ahmed maal-rratti waldhaban?
-Hidhattoota Faannoo Magaalaa Finfinnee kheeysaa qulqulleeysuu-rratti Abiy Ahmed maal ja'ee ture?
-Itoopiyatti lammiilee biyyoota alaa albuuda biyyatti saamaa turan - rratti rakaanfii fudhachuun himame.
-Umanni Oromoo Sooshaal Miidiyaa-rraa akkamitti fayyadamaa jira?
.
.