Learn Amharic In afan Oromo #Jaalala Ibsachu #sin jaalladha #Jaalala #Learn Amharic #Learn Amharic
Jira Learning
0:00 / 0:00
Learn Amharic In afan Oromo #Jaalala Ibsachu #sin jaalladha #Jaalala #Learn Amharic #Learn Amharic
10 263 просмотра · 3 месяца назад
Jira Learning
4,76 тыс. подписчиков
10 263 просмотра · 3 месяца назад
Jaalala Ibsachuu | ጃላላ ኢብሳቹኡ - Learn Afaan Oromoo & Amharic
Baga Gammaddee! Barnoota Channalii keenya Jira Learning irratti dhiyaatu kanaan, akkamitti Afaan Oromoo fi Amhaariiffaan jaalala keessan haala salphaa fi namatti toluun akka ibsachuu dandeessan ni barattu. Viidiyoon kun namoota Afaan Oromoo barachuu barbaadaniifi Amhaariiffa dandeettii isaanii gabbifachuu barbaadaniif qophaa'e.
Barnoota kana keessatti jechoota filatamoofi onnee namaa gahan bifa lamaaniin wal bira qabnee isiniif ibsineerra.
📚 Waantota Viidiyoo Kana Keessatti Barattan (What you will learn):
Jechoota jaalalaa bifa salphaan ibsachuu (የፍቅር አገላለጽ ቃላት)
Afaan Oromoo fi Amhaariiffa wal bira qabanii barachuu
Sagaleefi haasaa guyyuu keessatti gargaaran
🔔 Nu Hordofaa / Subscribe to Jira Learning:
Barnoota Afaan Oromoo, Amhaariiffa fi English bifa salphaa ta'een dursa argachuuf Channalii keenya Subscribe gochuu hin dagatinaa!
👉@jiraLearning1