Перейти к содержимому

[ZULMII MANZUUMAA COVER] BY SHERIF HUSEIN #manzuma #neshida #youtube ‪@SherifHusein‬

Sherif Husein Official

0:00 / 0:00

[ZULMII MANZUUMAA COVER] BY SHERIF HUSEIN #manzuma #neshida #youtube ‪@SherifHusein‬

5 042 просмотра · 2 дн. назад
Sherif Husein Official
1,23 тыс. подписчиков
5 042 просмотра · 2 дн. назад
Yaa dukkana qabrii Yaa ciisa kophaa Koo mee akkam Koo ta'u? anoo sin ankaakuu 🥺 hojii khayirii hin qabu eessuma Koo dhaqu gaafa manni kophaa kan na baasu mukuu gaafa Ahliin kiyya biyyootti na maku 🥺 namni natti siqu achi narraa maqu Rabbi naaf birmadhu 🤲 gaafan qabrii dhaqu mana azaabaa dhaquu naaf didi Rabbanaa 🤲 diiniidhaan nu faayi nuuf kenni yaqiina