Перейти к содержимому

FAARRIKEE || KENA ABIYOT || Faarfannaa Afaan Oromoo Haaraa

Kena Abiyot Official

0:00 / 0:00

FAARRIKEE || KENA ABIYOT || Faarfannaa Afaan Oromoo Haaraa

1 659 просмотров · 4 недели назад
Kena Abiyot Official
52 подписчика
1 659 просмотров · 4 недели назад
   • FAARRIKEE || KENA ABIYOT || Faarfannaa Afa...   FAARRIKEE || KENA ABIYOT || Faarfannaa Afaan Oromoo Haaraa Yesus abbaa oolmaa koo michuu koo dhugaa Anaa fayyisuu dhangalaafte dhiigaa Ulfina waaqummake dhifte abboomama tate Cubbuu koo hundumaa ofirraa keesse du'aa koo naaf dutte Jaalala2 keetu gara koo naa rasa Ani Gatii2 oliima kee malinan basa Naaf taatee yesuus hoolaa araara Dhiigii kee du'arra nama barara Jaalala koof isaatti batte fanno Nani yaadadha hin dagadhum anno Du'akeen haaresite qorqalbii jireenya koo Uumama haaraa na gotte fayyiste lubbuukoo Oolmaan ati naaf oolte qaraniyoo gubbaatti Fayyisaa koo Yesuus ni yaadatama natti Na keessaa hin badu anaaf dhiphachuunkee Jireenya na latee lola'uun dhiigakee Anaaf bayyate araara kee Toleerra anaaf farri kee Fayyinna kootii maqaan kee. Sirra adda ba'uu hin danda'uu Humtu amma kee nan hin ga'uu Sii faarsun qanni natti hin ta'uu.