Перейти к содержимому

OBSAA || GIRMAYE BAYISA || Album 6 Track 2 || NEW GOSPEL SONG|| NEW SDA SONG

GIRMAYE BAYISA OFFICIAL

0:00 / 0:00

OBSAA || GIRMAYE BAYISA || Album 6 Track 2 || NEW GOSPEL SONG|| NEW SDA SONG

18 648 просмотров · 1 месяц назад
GIRMAYE BAYISA OFFICIAL
59,5 тыс. подписчиков
18 648 просмотров · 1 месяц назад
GIRMAYE BAYISA OFFICIAL #girmaye_bayisa_official #girmaye_bayisa_new_song #girmaye_bayisa ALBUM 6 TRACK 2 Seexanni fedhii sassatummaa faffacaasee Galoon galaanaas wal hanqatee lola kaasee Leecalloon biyya lafaa martuu wal hanqatee Kanaan hubannaam deebiin gooftaa akka dhiyaatee Biyyi lafaa bilchaatee haamamuufi Callaa fi habaqiitu addaan fo’amuufi Gooftaan waa gochuufi Kuusaan hammeenya maraa manca’uufii Hawwiin baroota dheeraatu as ba’uufii Obsaa Waata’uufi x2 Gooftaan mul’achuufi Gooftaatu dubbachuuf Haqatu mul’achuufii Nu sassaabamuufii Sammuun namaa waan hamaa yaaduun qabameeraa Jaalallis namoota gidduudhaa dhabameeraa Uuumaan iyyannoo jiru hundumaa dhaga’eeraa Kan lafa balleessan baduunsaanii ga’eeraa Raajitni sobduun biyya lafaa dhuunfatanii Waan ati hin jedhin maqaakeetiin dubbatanii Kanaaf dhalootni buddeen abjuun gaggamaduu Bakkati hin jirre lafa onaatti sibarbaaduu Dhugaan baraa baratti darbu dhidhiitamaa Faallaasaammoo oduu duriitu barbaadamaa Namni martuu karaa fayyinasaa cufeeraa Beelli hafuuraa namni hin hubanne sun dhufeera Shaakala cubbuun qajeelummaan yoo fagaate Ayyaannisaas ayyaama cubbuu yoo fakkaate Gooftaan dhiyootti dhimma hundumaaf deebii laataa Araarri daangaa darbe kunuu hijibbaataa