Перейти к содержимому

Jaal Abbaabiyyyaa Abbaajabal Wajjin Seenaa Sabboonummaa fi Hawaasa Naannoo Jimmaa | 1/1 [Ep.229]

Ilmaormaa

0:00 / 0:00

Jaal Abbaabiyyyaa Abbaajabal Wajjin Seenaa Sabboonummaa fi Hawaasa Naannoo Jimmaa | 1/1 [Ep.229]

2 560 просмотров · 1 год назад
Ilmaormaa
5,12 тыс. подписчиков
2 560 просмотров · 1 год назад
Qabsaahaa hangafaa fi haftee qabsaawootaa kan tahan Jaal AbbaaBiyyaan marraa duraatiif miidiyaatti as-bahuun: Seenaa Sabboonummaan Oromo deebi'ee naannoo Jimmaa keessatti akka itti dagaage; Seenaa babball'achuu diinii Islaamaa naannoo Jimmaa keessatti; Mudannoo isaanii kan mana barnootaa Jimmaa fi Shaggaritti, yaroo Idigaat Zamachaa Idigaat Bahibraat fi mana hidhaa Karchallee keessatti; Malaas Zeenawi yaroo mana barnoota waliin turan keessaa waan irraa yaadatan; Taateewwan Parlaamaa Mootummaa Cehumsaa keessatti; Seenaa jiruu-jireenya ummataa naannoo Jimmaa fi waan kan biraa danuu gaggabaabsaan nuun qooddatu. Dhihaadhaa !!!