Ali Birra - Kophaa koo na dhiiftee - Official Lyrics Video (Sirba Jaalalaa)
Oromo DJ
0:00 / 0:00
Ali Birra - Kophaa koo na dhiiftee - Official Lyrics Video (Sirba Jaalalaa)
14 745 просмотров · 4 года назад
Oromo DJ
77 тыс. подписчиков
14 745 просмотров · 4 года назад
sirba All Birraa kophaa koo na dhiifte jedhu Walaloo isaa waliin
#Walaloo(Lyrics)
Kophaa koo na dhiiste
Ati deemuuf kanaan
Dubbachuun dadhabe
Ati naan dubbanaan
Maalin si dhamadha
hoggaan si gadgeessu
ijji too imimmaan
qabachuu hin dandeessu
Deemu kee naf himnaan
garaan dhaa na jae
Rifaatu sanirraan imimmaan koo yaa'e
Harca'e imimmaan
deeminsa kee agarraan
Magada baafate Mallaalee tiyyarraa
Si hanbisuu hin dandayuu
kophaxawe tokkicha
Nagiyaan siif hawwa
imimmaan haqacha
The End
#oromodj #AliBirra #like #lyrics
#oromomusic #ethiopianmusic #oromo #music