Biruk Jane - Bashananaa (Official Video)
Biruk Jane
0:00 / 0:00
Biruk Jane - Bashananaa (Official Video)
2 608 170 просмотров · 1 год назад
Biruk Jane
86,2 тыс. подписчиков
2 608 170 просмотров · 1 год назад
Biruk Jane - Bashananaa (Official Video)
Lyrics:
Iftuu yaa bariitu akkashee biiftu hin agarre,
Kullee lawwee...tiyya
Jiitu yaa daraartuu kolfasheet' lubbuu natt hore,
Kullee lawwee Tiyya
Ganam aduun baatee waarituun too dhugaa
Jaalalaan milkoome maal dhabeetan gaddaa2x
Kennaa waaqa guddaa olii,
uumama faarfadhu furii,
Ganamaaf galgalas barii
gammachuun simadhu ka'i.
Kophaa yaada hin badiin dhiisii
michuu sissiqadhu hori,
Jaalalaat furamta barii, lakkii hin yaadinii.
Iftuu yaa bariitu akkashee biiftu hin agarre,
Kullee lawwee..tiyya
Jiitu yaa daraartuu kolfasheet' lubbuu natt' hore,
Kullee lawwee
Ganam aduun baatee waarituun too dhugaa,
Jaalalaan milkoome maal dhabeetan gaddaa.2x
Naa yaamaa dhiiroo
Dansaa tiyyaa yyoo yyoo,
Naa yaamaa dhiiroo
Magaal tiyyaa yyoo yyoo.2X
Kenna waaqa guddaa olii,
uumama faarfadhu furii,
Ganamaaf galgalas barii
gammachuun simadhu ka'i.
Kophaa yaada hin badiin dhiisii
michuu sissiqadhu hori,
Jaalalaat' furmaata barii, lakkii hin yaadinii.
Muddaan muddii muddiin maali,
Hin cinqamiin hin sardamiin gammadi.
Muddaan muddii muddiin maali,
Hin cinqamiin hin sardamiin naan jetti.
Kenna waaqa guddaa olii,
uumama faarfadhu furii,
Ganamaaf galgalas barii
gammachuun simadhu ka'i.
Kophaa yaada hin badiin dhiisii
michuu sissiqadhu hori,
Jaalalaat furmaataa barii, lakkii hin yaadinii.
Model Hiraa Bushura
Facebook
https://m.facebook.com/profile.php?id...
Instagram
/ birukjane
Spotify
https://open.spotify.com/artist/0pFZE...
TikTok
https://vm.tiktok.com/ZMNunNJaH
Apple music
https://music.apple.com/us/album/tema...
Deezer
https://deezer.com/album/590650882
Boomplay
https://boomplay.com/artists/90983201
Audiomack
https://audiomack.com/biruk_jane
Soundcloud
/ twfu9gsh49ynrm3y9
YouTube
/ @biruk_jane
listento
https://li.sten.to/birukjane
website
https://birukjane.com
#birukjane #bashananaa #ethiopianmusic