Перейти к содержимому

Obbo Shimallis Marroo waliin mari'achuuf qophiidha jedhan, WBO'n maal jedha? | BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Obbo Shimallis Marroo waliin mari'achuuf qophiidha jedhan, WBO'n maal jedha? | BBC News Afaan Oromoo

350 303 просмотра · 5 месяцев назад
BBC News Afaan Oromoo
191 тыс. подписчиков
350 303 просмотра · 5 месяцев назад
Pirezidantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Oromiyaa keessa nagaa waaraa buusuuf Ajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) waliin mari'achuuf qophii ta'uu dhihoo dubbataniiru. 'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ Yaa'ii magaalaa Bishooftuutti taa'ameerratti argamanii haasaa taasisaniin dhimmi nageenya buusuu dhimma bulchiinsi isaanii dursa kennuuf akka ta'e kan himan. Dhimma kana hidhattooti WBO maal jedhu? Obbo Shimallis fi Marroon wal arguuf jedhuu? 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa. Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #ethiopia #abiyahmed #uae #trending #middleeast #usa #trump #bbcafaanoromoo #bbc #oromo #tplf #tigray #eritrea #egypt #amhara #politics #wbo_ola #oromoo