Перейти к содержимому

🛑New ‘’GAARIIDHA‘’- Biniam seyoum - Faarfannaa Afaan Oromoo Haaraa (official lyrics video - 2026)

Zemari Deacon Biniam Seyoum

0:00 / 0:00

🛑New ‘’GAARIIDHA‘’- Biniam seyoum - Faarfannaa Afaan Oromoo Haaraa (official lyrics video - 2026)

1 328 просмотров · 4 дн. назад
Zemari Deacon Biniam Seyoum
321 подписчик
1 328 просмотров · 4 дн. назад
Gaariidham atti gaarummaadha /*3/ Gaariidham kankee gaarummaadha / Si wojjiin jiraachutuu filatamuudha Daandiin fayyinaa inni dhugaa Kan Abbaati geessu sii’ dhaa, Anis Amaneen fudhadhee sababni fayyuu koo isa dhaa, Lammata dhalachuun kiyyaa Sagalee keen mirkaneesse, Lubbuun kos kanaan fayyitee atis mirga kee ol keessee, Madda jaalalatii Gooftaa koo attii madaa jaalalatii Madda jaalalatiim Gooftaa koo attii waaqa jaalalatii Iyyeesus mootii Nagaadhatii Amantiin koo jabaa gaarii gaarummaa natti oltee Tola kee laka’uuf samuu koo xiqqaara tartee Ogummaaf dandeettiin namaa sin tilmaamu atti hin beekamtu Jalqabaf xumura hin qabdu si’idha mottin bara guutuu Madda jaalalatii Gooftaa koo attii madda jaalalatii Madda jaalalatiim Gooftaa koo attii waaqa jaalalatii Iyyeesus mootii Nagaadhatii Tiksee hoolotaati atti kan of dursitee kennamtuu, Saamricha gatamaaf gadduu dhugaa dhugoomtee jiraattu Ragaa lubbuu keenyati atti nutis simararfanneerra, Gaariif Garraamicha keenya duutee jireenya arganneerra Madda jaalalatii Gooftaa koo attii madaa jaalalatii Madda jaalalatiim Gooftaa koo attii waaqa jaalalatii Iyyeesus mootii Nagaadhatii #subscribers​ #Church​ Choir Song, #Gospel​ Music, #Christian​ Worship #Spiritual​ Songs, #Choir​ Performance, #Church​ Music, #Praise​ and Worship, #Worship​ Songs 2025, #Inspirational​ Music, #Faith​ Music, #African​ Gospel Choir, #Ethiopian​ Church Music, #Traditional​ Christian Songs, #African​ Worship Songs, #Global​ Christian Songs, #Best​ Choir Songs, #Uplifting​ Christian Music, #Sunday​ Worship Songs, #Gospel​ Music from Africa, #Worldwide​ Worship, #Soulful​ Music, #Heartfelt​ Worship, #Peaceful​ Gospel Songs, #Inspiring​ Choir Performance, #Heavenly​ Music, #Gospel2025​, #ChristianChoir​, #ChurchMusic​, #PraiseAndWorship​, #GlobalChristianSongs