RR-030🛑Maatiin Kiyya Kan Azaaba Keessatti Gubatan Abjuudhaan Arge🥹|Qaamni Kiyya Bakka Hedduu Qalame
ZAD PODCAST
0:00 / 0:00
RR-030🛑Maatiin Kiyya Kan Azaaba Keessatti Gubatan Abjuudhaan Arge🥹|Qaamni Kiyya Bakka Hedduu Qalame
40 031 просмотр · 1 г. назад
ZAD PODCAST
111 тыс. подписчиков
40 031 просмотр · 1 г. назад
Keessummaan keenya guyyaa har'aa Adde Nuuriyaa jedhamu. Erga Gara Islaamummaatti Dhufanii Waggoota 16 lakkoofsisanii jiran, Haa tau malee Balaa Tasaa isaan Qaqqabeen Qaamni isaanii (garaa irra) Iddoo baay'ee sababa yaalaatiif Baqaqfamanii jiru. kana waan ta'eef Yeroo ammaa kanatti Hojii tokko Dalaguu kan hin dandeennefi Dalagaas akka hin jirre irraa odeeffannee jirra. Hundi keessanuu Seenaa isaanii Aaarsaa hedduu kafalanii as gahan kana dhageeffadhaatii, Waan isaan barbaachisu kamiinuu bira dhaabadhaa isiniin jechuu barbaada!
#muhammad #riqicha_raggae #zadpodcast #podcast #love #motivation #habesha @Abdumobilapp @IbsaaMedia1 @forxentertainment5224 @ADAMATUBE @minbertv1 @Ismail_Tekle @najjaashmohmmadibraahimANMI @ibsuandobse @IBSISHAANDMAKII @Nuuralhudaa
Qophiileen keenna Islaamummaan faayamee artiidhaan kan dabaalame Aadaa Hawaasaa makata, Senaa fi safuu dabalata, bohaarsaadha, bashannansiisaadha, Barsiisaadha.
[ Like our FB page & Share Our posts ]
/ zadpodcast
[ Subscribe Our Youtube Channel ]
https://www.youtube/@UCbzwnXmOw6L8yuP...
Copyright © 2025 @zadpodcast