GOOFTAAKOO SI MALEE || DHT LIVE WORSHIP 2025
DHUGAA TOKKICHA
0:00 / 0:00
GOOFTAAKOO SI MALEE || DHT LIVE WORSHIP 2025
18 064 просмотра · 10 месяцев назад
DHUGAA TOKKICHA
14,5 тыс. подписчиков
18 064 просмотра · 10 месяцев назад
Namni biyya lafaa guutummaatti buufatee, lubbuu isaa garuu yoo dhabe, bu'aan isaa maali ree? Namni gatii lubbuu isaa maal kennuu danda'a ree?
Wangeela Maarqos 8:36-37
A M A N T I K U M E R A
Gooftaakoo si malee waa gochuu hin danda’u
Barbaadeen dhabe waan naaf ta'uu
Ol baasee gad buusee yaadakoon deemees hamman deemuu
Dadhabbii duwwaa irraan kan hafe maaliree bu’aan koo?(×2)
Dadhabbiin kan guute deemsi inni siin alaa
Badhaadhummaa horachuuf fiiganii
Guddinni kan fooniif inni kan hafuuraa yoo si wajjiin waliigalani
Dadhabbii dheeressee umurii gabaabsa
Akkasumaan qilleensa habootu
Olaantummaa kan keetti ani walii galeera
Siin ala jireenyi hiika hin godhatu
Foonni dadhabaadha kan ofiisaa malee
Kan biraa danda’ee hin hubatu
Yaada isa kan keetii kaayyoo bara baraa
Eeggachuuf yeroo namaa hin laatuu
Foonnikoo na dursee yaadakee akka hin ganneef
Si wajjiinan waliigalaa
Isa kan koo miti isa ati jettetu
Galma yaada keetiin na ga'a
Dadhabbiin maaf dhuma barri koo
Utuu ati jirtu qoodikoo
Sii wajjin ani waliigaleera
Isa ati jettutu naaf caala
#berekettesfaye #yidnekachewteka #niftalemtafese #afaan_oromoo #worship #afaan_oromoo #liveworshipservice #liveworshipsongs #christianity #christian