Перейти к содержимому

Itoophiyaan Galaana Diimaa fi laga Abbayyaarratti ejjennooshee ibsite| BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Itoophiyaan Galaana Diimaa fi laga Abbayyaarratti ejjennooshee ibsite| BBC News Afaan Oromoo

5 331 просмотр · 4 часа назад
BBC News Afaan Oromoo
204 тыс. подписчиков
5 331 просмотр · 4 часа назад
Dureewwan Masirii, Ertiraa, Somaaliyaa fi Sudaan Dilbata, Onkoloolessa 4, 2026 dhimma Galaana Diimaa fi laga Abbaay dabalatee seeronni lageen daangaa qaxxaamuran irratti hojjetan kabajamuu fi hojiitti hiikamuu akka qaban ejjennoo isaanii ibsaniiru. 'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ Ibsa waloo biyyoota afran kunneen irraa kenname hordofee Ministirri dhimma alaa Itoophiyaa ibsa baaseen ''dhugaa daangaa fi seenaa Itoophiyaan Galaana Diimaarraa qabdu humni kamuu jijjiiruu hin danda'u,'' jedhe. 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp akkasumas TikTok gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa. Instagram 👉   / bbcnewsafaanoromoo   Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... TikTok 👉   / bbcnewsafaanoromoo