Перейти к содержимому

Dr Zakir Naik Afaan Oromoo,ilaalchota dogongoraa fi Gaafii worra Kaafiraatiif deebii(Kiristaanotaaf)

TAME TUBE

0:00 / 0:00

Dr Zakir Naik Afaan Oromoo,ilaalchota dogongoraa fi Gaafii worra Kaafiraatiif deebii(Kiristaanotaaf)

258 372 просмотра · 5 лет назад
TAME TUBE
10,2 тыс. подписчиков
258 372 просмотра · 5 лет назад
Viidiyoon kun Ilaalchota dogongoraa kan worri kaafiraa ykn Islaama hin tahin Islaamummaa irraa qabuu fi waan isaan yeroo baayyee hubannoo dhabanii gaafataniif deebii quubsaadha. Gaafilee warroonni akka Kiristaanaa,waaqeffataa,Hundu'iizimii,Juudaayizimii,Sikuyiizimii fi Amantii biroo qaban gaafatan mara of keessaa qaba. kanaafuu viidiyoo kana guutuu isaa dhageeffadhaa barnoota irraa argadhaa,nama birootiifis dabarsaa Share like fi Comment godhuu hin dagatinaa. #Ilaalchota_Dogongoraa_Sammuu_nama_muslima_hin_tahinirraadhufu. Ani Tamaam urgeessaa jedhamaa na hordofaa Inshaallaah Jzk kheyri. nama itti fayyadamu nuhaa taasisu. nama haasayee fi kan Afaan keenyatti deebise hundaa Rabbi haa milkeessu jedha. pray for PALESTINE🇵🇸🤲🇵🇸🤲🇵🇸😭Bye As wr wb