Irreecha:- Ayyaana Galateeffannaa fi Dhugeeffannaa! etv |Ebc |Etv Afaan Oromoo|Dokimantarii
Etv Afaan Oromoo
0:00 / 0:00
Irreecha:- Ayyaana Galateeffannaa fi Dhugeeffannaa! etv |Ebc |Etv Afaan Oromoo|Dokimantarii
1 261 просмотр · 1 день назад
Etv Afaan Oromoo
504 тыс. подписчиков
1 261 просмотр · 1 день назад
Irreechi ayyaana galateeffannaa Oromoo biratti kabajaa fi ulfina guddaa qabuudha. Ayyaanichi duudhaalee akka nageenyaa, araaraa, jaalalaa fi dhiifamaa of keessaa qaba. Duudhaalee Irreechaa kanneen akkamitti tiksina? Ayyaanichi akkamitti kabajama? Faayidaawwan ayyaanichi gama hawaasummaa fi tokkummaa, aadaa fi eenyummaa, diinagdee fi turiizimiin qabu irraa akkamitti qixa barbaadamuun fayyadamuu dandeenya? Guutuu qophii kanaa daawwadhaa!
#etvnews #EBC #EtvAfaanOromoo #Ethiopia #GadaaSystem #History #Democracy Dokimantarii