Перейти к содержимому

ERGAMA GUDDAA QABANNEE KAANE: Samuel Tadesse [ft. Ayantu Ejeta]

Haftuu Production

0:00 / 0:00

ERGAMA GUDDAA QABANNEE KAANE: Samuel Tadesse [ft. Ayantu Ejeta]

14 264 просмотра · 5 л. назад
Haftuu Production
9,65 тыс. подписчиков
14 264 просмотра · 5 л. назад
This is new SDA Afaan Oromoo Song we already brings for you. 🎬Watch our most recent songs:    • Dhumni Waan Hundaa Dhiyaateera | Wera Seyo...   Follow us on facebook:   / haftuuproduction   Join us on our telegram channel: t.me/haftuuproduction Follow us on instagram: https://www.instagram.con/haftuuprodu... #Ethiopiangospelsong2021 #faarfannaahaaraa #sdaoromosong #protestantmezmur #haftuuproduction Thanks for watching! May the almighty God bless you! Ergama guddaa qabannee baanee rafneerra akka Yoonaasii Koottaa in deebina Waaqayyo dhimmee nu waama kunoo har’asii Ifa samiidhaa nuuf dhufe kanaaf hundumtuu dirqama qabna Isaan jiraannee lubbuu hongeedhaan hubamte dafnee qaqqabna Karaan hundumtuu bu’aa bayiidhaaf wal’aansoon guutuu yoo ta’ellee Waaqni waaqotaa hin seesu raawwachuudhaaf isa waadaa gale Biyyi nanawwee ( Nu eegaa jira labsii Waaqayyoo dhaga’ee aagii galuufi Furmaata rakkoo -( maraa kan ta’e wangeela Gooftaa Iyesuusiin hurrii ba’uufi Mee haa dammaqnu(hirriba keessaa handhuurri ergama keenyaa fayyuu lubbuuti Dhaqaa jedhamee -( kan nutti himame ajaja namaa miti Garaan Waaqayyoo ( takkaayyuu hin fedhu namni cubbuu isaa wajjiniin akka inni badu Irra deebi’ee -----( akka jiraatu malee Inni du’a lubbuu namaatti hin gammadu Nummoo fedhasaa ( kana itti dhiifnee karaa Tarshiishitti geessu akkamiin filanne Gooftaan saba isaaf ( kan dhimmu in kaasa nummoo yennaa callisne Manni Israa’el -( kanaaf dammaqee araaraaf fuula Waaqa isaa haa barbaaddatu Gad of deebisee ( gaddaaf boo’ichaan amma daddafee Waaqayyoon dhimmee haa kadhatu Garuu yoon taane ( darbuu hin danda’u gingilfamuudhaan madaallii irratti ilaalama Hambaan Waaqayyoon ( sodaatu hundumtuu garuu in mallatteeffama Ol ka’aa isi Eeliyaasonni warri ifa ulfina Waaqayyoo ibsuuf waamamtani Ol ka’aa isin eeliyaasonni Daddafnee addunyaatti dhugaa himna Ergama keenya maaf irraanfanna Mootummaa Waaqaaf wal qopheessina