Sookoo fi soorgoo Afaan Oromoo |"Ciigoo Afaan oromoo" | afaan oromoo kutaa 8
Burqaa Barnootaa
0:00 / 0:00
Sookoo fi soorgoo Afaan Oromoo |"Ciigoo Afaan oromoo" | afaan oromoo kutaa 8
11 846 просмотров · 10 месяцев назад
Burqaa Barnootaa
11,2 тыс. подписчиков
11 846 просмотров · 10 месяцев назад
Baga gara "Burqaa Barnootaa" YouTube channel nagaan dhuftan!
viidiyoo kanaan "Ciigoo Afaan Oromoo", barreessuu, dubbisuu, hiika jechootaa, sirna ga'affii, fi barnootaalee afaanii baay'ee kan barattu.
🔹 Waan Barattu:
Gaaffilee shaakalaa barattoota kutaa 8ffaaf Biiroo Barnoota oromiyaatiin qophaa'n
Gaaffilee ministirii fi moodelaa biiroo barnoota oromiyaatiin qophaa'n
· ✅ Barreessuu Qubee Afaan Oromoo Sirriitti
· ✅ Dubbistuu Lafeeffannaa (Pronunciation) Sirriitti
· ✅ Jechoota Haaraa fi Hiika Isaanii
· ✅ Qorannoo fi Qooqa Afaan Oromoo
· ✅ Gorsa Barnootaa (Pedagogy) Afaan Oromoof
Dabalataan Tutorial Barnoota Gadaa, saayinsii walii galaa,geography ni kennina
Viidiyoowwan barnoota Hawaasaa kutaa 8ffaa Boqonnaa 1 jalqaba isaa irraatii kaasee kutaa kutaan qopheessinee kan siniif dhiyeessine kunooti.👇
Part 1
• "Barnoota Hawaasaa kutaa 8 Boqonnaa 1 part...
Part 2
• Barnoota Hawaasaa kutaa 8 boqonnaa 1 part ...
Part 3
• Barnoota Hawaasaa kutaa 8 boqonnaa 1 part ...
Part 4
• Barnoota Hawaasaa kutaa 8ffaa boqonnaa 1 p...
Part 5
• Barnoota Hawaasaa Kutaa 8ffaa Boqonnaa 1 p...
Subscribe godhaa, like godhaa, fi bell icon (🔔) cuunfaa erga hojjettee booda videoo haaraa hin dagatin!
#CiigooAfaanOromoo #AfaanOromoo #QubeeOromoo #BarreessuuAfaanOromoo #OromoLanguage #LearnOromo #OromoGrammar #Oromo #Oromia #BarnootaAfaanOromoo #OromoForBeginners #OromoTeacher #Qubee
#MinistiriiBarnoota #Kutaa8ffaa #BarnootaHawaasaa #QubeeKutaa8 #Oromiyaa #Barattootasaayinsiiwaliigalaa #MinistiriiBarnootaa #EducationOromia #ministrii_kutaa_8ffaa #saayinsiiwaliigalaa #sirnagadaa #oromiyaa #herrega #saayinsiinaannoo #afaanoromoo #biiroo_barnoota_oromiyaa #qormaata_biyyaalessaa #qormaata_ministirii #ministirii