TPLF 3000 Harka Kennatan
Madda Walabu Media
0:00 / 0:00
TPLF 3000 Harka Kennatan
242 просмотра · 1 день назад
Madda Walabu Media
42,2 тыс. подписчиков
242 просмотра · 1 день назад
🔴 ODUU AMMEE | MADDA WALABU MEDIA
Sagantaa keenya har’aa keessatti dhimmoota ijoo armaan gadii irratti xiyyeeffanna:
▪️ Miseensonni hidhattoota garee ABBUT/TPLF 300tti dhihaatan Raayyaa Ajaja Kaaba Lixaatti harka kennachuu isaanii ilaalchisee odeeffannoo dhiyaate.
▪️ Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii (UN), “Ameerikaan Iraan keessatti yakka waraanaa raawwachuu ishee irratti ragaa arganneerra” jechuun ibsa baase jedhame.
Odeeffannoo bal’aa fi xiinxala isaa argachuuf saganticha hanga dhumaatti daawwadhaa. Yaada keessan nuuf barreessaa; viidiyicha Like, Share fi Subscribe gochuun Madda Walabu Media jajjabeessaa.
Madda Walabu Media — Sagalee Dhalootaa!
#MaddaWalabuMedia #OduuAmmee #OduuOromiyaa #TPLF #ABBUT #RaayyaaIttisaBiyyaa #Itoophiyaa #Ameerikaa #Iraan #UN #UnitedNations #OduuAddunyaa #AfaanOromoo #BreakingNews #OromoMedia