What is money?
Finance with Kefeni
0:00 / 0:00
What is money?
17 просмотров · 8 дн. назад
Finance with Kefeni
37 подписчиков
17 просмотров · 8 дн. назад
Maallaqni har’a itti fayyadamnu akkamitti uumame? 💰
Seenaa maallaqaa keessatti, barter system, commodity money, receipt money, fiat money, fi fractional banking system akkamitti guddachaa dhufan ilaalla.
Viidiyoo kana keessatti, maallaqni maal akka ta’e, maaliif sirni maallaqaa jijjiiramaa dhufe, fi jijjiiramni kun jireenya keenya irratti dhiibbaa akkamii akka qabu karaa salphaan hubanna.
Maallaqa hubachuun, jireenya maallaqaa keenya hubachuudha.
Subscribe godhaa, like godhaa, yaada keessan comment irratti nuuf
How did the money we use today come into existence? 💰
In this video, we explore the history of money, from the barter system and commodity money to receipt money, fiat money, and fractional banking.
We explain in simple terms how money evolved, why monetary systems changed, and how these changes affect our everyday financial lives.
Understanding money is an important step toward understanding our financial world.
Subscribe for more financial education, money, banking, and economic topics.