Перейти к содержимому

❤️sagantaa welgo yaa'ii mooraa Walaayitaa sooddoo yuuniversitii irrattii faarfatamee🎤 Eebbifamootaan

Tsiyoon tube / ጽዮን ትዩብ

0:00 / 0:00

❤️sagantaa welgo yaa'ii mooraa Walaayitaa sooddoo yuuniversitii irrattii faarfatamee🎤 Eebbifamootaan

129 просмотров · 5 лет назад
Tsiyoon tube / ጽዮን ትዩብ
2,2 тыс. подписчиков
129 просмотров · 5 лет назад
🎤Maaliif Obsa Dhabdaa 🎤 Maaliif obsa dhabdaa ati yaa lubbuu koo Egaa hin yaadda’inaa siniis yaa obboolaa koo Har’a yoo addaan baane tarii guyyaa tokkoo Wal nu agarsiisa Waaqayyo gooftaan koo/2/ Hundumtuu yaadadhaa akkam akka turree Bara gaarii fi hamaa waliin dabarsinee Hafaa bara keenyaa keessa akka dabarruuf Nagaadhaan jiraannee akka wal agarruuf Bakka jiraanutti egaa wal yaadannaa Addaan baana jennee maalumaaf raafamnaa Keessa nu dabarsaa Waaqa jabaa qabnaa Akka wal agarruuf Waaqayyoon kadhannaa Yommuttan yaadadhu seenaa obboloota koo Gargar ba’uun geenyan raafamte garaan koo Wal argaan keenyas hoo guyyaa Waaqayyootii Nagaadhaan jiraadha bakka dhaqxanittii