Abbaa Ulamaa'oota Urjiilee harargee Sheekh Haamid Ali Wadaay (Sheekh Haamid Bookee)
Qashti fanan
0:00 / 0:00
Abbaa Ulamaa'oota Urjiilee harargee Sheekh Haamid Ali Wadaay (Sheekh Haamid Bookee)
185 просмотров · 3 дня назад
Qashti fanan
138 подписчиков
185 просмотров · 3 дня назад
#seenaa #documentary #obntv #fana_tv
Seenaan nama gootaa du'aan hin dhaabbatu; hojii fi seenaa guddaa inni dhiisee darbetu dhalootaan booda dubbata. Harargee Lixaa, aanaa Bookee keessatti Bakka beekamaa fi maqaama guddaa qabu bakka ilmiifi da'awaan hedduun itti argamu.tokko jira—seenaa waggoota 50 ol ilmiif, tajaajila hawaasaa akkasuuma misoomaaf aarsaa ta’e!