Перейти к содержимому

Atileetoota Itiyoophiyaa bebbeekamoon piroojektii Ikoo turizimii Haroo Wancii Dandii daawwatan.

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

0:00 / 0:00

Atileetoota Itiyoophiyaa bebbeekamoon piroojektii Ikoo turizimii Haroo Wancii Dandii daawwatan.

4 431 просмотр · 2 года назад
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
1,07 млн подписчиков
4 431 просмотр · 2 года назад
Tuuristoota pirojektii Ikoo turizimii Haroo Wancii Dandii daawwachuuf dhufaniif haalonni hundi mijachuu Komishinarri Komishinii Turizimii Oromiyaa Aaddee Lalisee Dhugaa himan. Komishinichi, Koree Hojii raawwachiisaa Federeeshinii Atileetiiksii Itiyophiyaafi Atileetoota Itiyoophiyaa bebbeekamoo simachuun pirojekticha daawwachiise. Odeeffannoon wayitaawaa bakka jirtanitti akka isin qaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa argachuu yoo feetan: Yuutuubii: Youtube.com/OBNoromiyaa?sub_confirmat... Feesbuukii OBN Afaan Oromoo:   / obnafaanoromo   Feesbuukii OBN Horn of Africa :   / obnhornofafrica   Feesbuukii OBN Afaan Amaaraa:-   / obnamharic   Feesbuukii OBN Afaan Ingilizii:-   / obnenglish   Tiktok :   / obncyber   Tiwiiterii:   / obnoromiyaa   Teeleegraamii:https://t.me/OBN_VoiceOfthepeople Raadiyoo OBN https://zeno.fm/radio/obnradio/ Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa. OBN Sagalee Uummataa