Перейти к содержимому

Mahaadii Jaaboon:Wallee ilillii birraa simalee nadidde hiriyaa biraa jachuun wallifame By RM.

Robso media

0:00 / 0:00

Mahaadii Jaaboon:Wallee ilillii birraa simalee nadidde hiriyaa biraa jachuun wallifame By RM.

12 879 просмотров · 4 года назад
Robso media
24,7 тыс. подписчиков
12 879 просмотров · 4 года назад
Mahaadii Jaaboon:Wallee ilillii birraa simalee nadidde hiriyaa biraa jachuun wallifameefi hedduu jaalatamuufi yoomiyyuu hin dulloomne By Robso Media. Robso Media is a private media works on afaan Oromo,Aada Oromo and Seenaa Oromo... Miidiyaan Roobsoo Miidiyaa dhuunfaa yoo tahu kaayyoon keenyaas walleewwan Afaan Oromoon wallifamaniifi kanneen dagaagin Afaan, Aadaafi Seenaa Oromoo dhabamarraa oolchaniifi darbees akka dagaagee sadarkaa amma irra jiru kanaa gahu taasisan akka hin banneefi hin irraanfatamneefi darbees dhaloota dhufuuf dabarsuuf hojjachuuf Miidiyaa hundaa'e waan ta'eef isiniis kana hubachuun Miidiyaa kana akka hordoftaniifi jajjabeessitaniis asumaaniis isin afeerra! #robsomedia #robso #oromomusic@robsomedia