Ajaaiba”“Hin darbinaa”“Dhaggeeffadhaa Seenaa NABI YUUSUF Kutaa 4ffaa Sheikh Amiin Ibroo
Chala Jemal
0:00 / 0:00
Ajaaiba”“Hin darbinaa”“Dhaggeeffadhaa Seenaa NABI YUUSUF Kutaa 4ffaa Sheikh Amiin Ibroo
70 просмотров · 6 месяцев назад
Chala Jemal
8,47 тыс. подписчиков
70 просмотров · 6 месяцев назад
📖 SEENAA NABI YUUSUF (AS)
Seenaa ajaa’ibaa fi qalbii nama tuqu kan Nabi Yuusuf (AS) keessatti, obsaa, amanamummaa fi sodaa Rabbii irraa baranna.
Video kana keessatti:
✔️ Rakkoo Nabi Yuusuf (AS)
✔️ Obsa isaanii yeroo rakkinaa
✔️ Akkamitti Rabbiin ol isaan kaasaa ture
👉 Yoo video kana jaallatte:
👍 Like godhi
🔁 Share godhi
🔔 Subscribe godhi Channel “Chala Jemal”
📌 Channel kana irratti:
Barnoota Islaamaa
Seenaa Anbiyootaa
Khotbaa fi gorsa qalbii
#SeenaaNabiYuusuf #IslamicVideo #QuranStory #OromoIslamic
#ethiopia #oromo #dawah