Перейти к содержимому

Ustaz Galma sara: Qalbii Teenya Qulqulleessu dhiphina fi yaaddoo irraa!

Al-Huda Media

0:00 / 0:00

Ustaz Galma sara: Qalbii Teenya Qulqulleessu dhiphina fi yaaddoo irraa!

117 просмотров · 1 день назад
Al-Huda Media
19,1 тыс. подписчиков
117 просмотров · 1 день назад
Wanti qalbii keenya qulqulleessu maali? Qalbii keenya dhukkuba, jibbaa, hinaaffaa fi yaaddoo irraa akkamitti qulqulleessina? Barnoota Islaamaa kana keessatti Ustaz Galma Sara waa’ee qulqullina qalbii, tawbaa, zikrii, Qur’aana, du’aa fi Rabbii waliin walitti dhufeenya cimaa qabaachuu irratti yaada nama fayyadu nuuf qoodaa. 🎙️ Ustaz Galma Sara 📖 Barnoota Islaamaa fi gorsa qalbii 👍 Video kana Like godhaa, Share godhaa, Subscribe godhaa. #WanniQalbii #QalbiiQulqulleessuu #UstazGalmaSara #BarnootaIslaamaa #OromoIslamic #Qalbii #Islaama #Quraana #Zikrii #Tawbaa #GorsaIslaamaa #AfaanOromoo