Abijata-shalla National Park - we are seeing the Somali ostrich in Ethiopia 🇪🇹 | mue max Travel
MUE MAX
0:00 / 0:00
Abijata-shalla National Park - we are seeing the Somali ostrich in Ethiopia 🇪🇹 | mue max Travel
2 526 просмотров · 1 месяц назад
MUE MAX
24,9 тыс. подписчиков
2 526 просмотров · 1 месяц назад
#Muemax #AbijataShalla #NationalPark #Oromia #Ethiopia #OromoTourism #TravelEthiopia #Wildlife #Tourism
🌍 KUUSAA TURIZIMII OROMIYAA – MUE MAX
FOON KIYYA 👋
Baga nagaan gara YouTube MUE MAX dhuftan!
Daawannaa keenya kan har’aa tiin, gara Abijata-Shalla National Park Imallee jirra. Kutaa 1ffaa kana keessatti xiyyeeffannoon keenya inni guddaan bineensotaa fi simbirroota naannoo paarkichaa, akkasumas uumamaa fi miidhagina addaa naannoo kanaa irratti.
Paarkiin kun simbirrootaa fi bineensota garaagaraa bakka jireenyaa fi qubannaa isaanii godhatanii argaman qaba. Haala uumamaa isaanii fi jireenya isaanii ijaan ilaaluun muuxannoo nama hawwatu dha.
Miidhagina uumamaa, lafa magariisaa, naannoo paarkichaa keessatti argamu daawwachuun, Abijata-Shalla iddoo addaa ta’e akka ta’e isinitti agarsiisa.
📍 Abijata-Shalla National Park – Oromiyaa, Itoophiyaa 🇪🇹
💬 Ati hoo bineensotaa asitti agarte keessaa kamtu si ajaa’ibe?
Yaada kee COMMENT irratti nuuf qoodi.
👍 LIKE godhi
🔁 SHARE godhi
🔔 SUBSCRIBE godhi
imala keenya yeroo yeroodhan daawwachuuf!
🎬 PART 2 keessatti, wantoota biroo ajaa’ibsiisoo naannoo kanaa isinitti agarsiifna.
🙏 FOON KIYYA – GALATOOMAA!
#AbijataShalla #Wildlife #Birds #Oromia #Ethiopia #OromoTourism #TravelEthiopia #Tourism #Muemax