Перейти к содержимому

QULQULLUU| Faarfattoota Gurmuu "D" WMY Laaloo Aayiraa 2019/2026

Waldaa Makaana Yesuus Laaloo Aayiraa

0:00 / 0:00

QULQULLUU| Faarfattoota Gurmuu "D" WMY Laaloo Aayiraa 2019/2026

1 876 просмотров · 3 дня назад
Waldaa Makaana Yesuus Laaloo Aayiraa
229 подписчиков
1 876 просмотров · 3 дня назад
Qulqulluu *2 guddaan akkakee hin jiruu Mudaa hin qabdu *2 Akka dubbatte kan jirtu Libsuu ijaatti dinqii gurguddaa hojjetta eenyu akkikee Gooftaa Nan dhabe barbaadee jabaa siin qixxaatu hin turre hin jiru sichis hin dhalatu Siifan shubbisa gad jedhee ulfina keef siifan shubbisa Teessoonkee durii durii jalqabee jabaatee dhaabata Bara hundaa jiraatta kankee galata Siin maaltu morkata yesuus ati adda Yesuus ati adda bara hundaa jiraatta Yesuus ati adda mootota hundaa caalta Yesuus ati adda "Guddaan si caalu hin jiru Yesuus ati adda " Homtuu sin madaaluu 1 Humna kee isa guddaan du'aa boollaa kaaftaa Kan jaaman fayiftee naafas utaalchifta Ogummaan kee adda safuudha hojii keetiif Gu'aa mirgisiisa dubbiin afaan keetii 2 Surraan marfamtee ulfina guddaan Simboon miidhagdee jiraatta bara hundaa Siin hoogganamu uumamni hundinuu Ati dubbannaan gaaroonnu hin raafamu Jiraataa bara bara qulqulluu mudaa hin qabne Ati aalfaaf oomegaadha barri kan itti hin dabarre 3 Samii kana utubaa malee diriirsite Ifa dinqisiisaan dachees miidhaksitee Aangoon kee jabaadha hunduu siif bitamuu Galaanonniif bubbeen si'iif abboomamu Jiraataa bara bara qulqulluu mudaa hin qabne Ati aalfaaf oomegaadha barri kan itti hin dabarre Karaa social media keenyaa nu hordofaa https://www.facebook.com/profile.php?id=61... https://www.instagram.com/waldaa_my_laaloo... https://www.tiktok.com/@waldaa.my.laaloo.a...    / @waldaa.my.laaloo.aayiraa   Faarfattoota Gurmuu "D" (WMY Laaloo Aayiraa) ​Music, Mixing & Mastering: Tamene Gizawu (+251 91 317 6533) ​Lead Guitar: Abenezer Alemayehu Saxophone: Samson Workineh ​Camera/Editor: Sukesa Mengesha ​Camera Assistants: Obsa Kanea & Beka Samuel ​Drone Operator: Sukesa Mengesha Video Production: Suke Films (+251 91 367 7383) ​Colorist: Beka Samuel (Beki) ​(Produced By): Waldaa MY Laaloo Aayiraa