GAMMADAA SHOW PRANK TA’E / Tiktoker GONFAA ADUNYAA / GAMMADAA SHOW 2026
Risaa Media
0:00 / 0:00
GAMMADAA SHOW PRANK TA’E / Tiktoker GONFAA ADUNYAA / GAMMADAA SHOW 2026
56 006 просмотров · 5 месяцев назад
Risaa Media
250 тыс. подписчиков
56 006 просмотров · 5 месяцев назад
GAMMADAA SHOW (Late Night Show) Sagantaa bashannansiisaa, barsiisaa fi kofalchiisaa Dilbata galgala sa’a 3:15 irraa eegalee, miira addaatiin ETV Afaan Oromoo irratti kan dhiyaatudha. Sagantaan kun kolfaa fi taphaan alatti, jireenya namoota beekamoo, aartii fi hawaasummaa giddu-galeessa godhata. Halkan keessan nagaa fi gammachuun akka dabarsitaniif:-
• Gaaffii fi Deebii Addaa • Bashannana • Muuziqaa fi Aartii • Seenaa Nama Onnachiisan
Hordofuu hin dagatinaa!
🔔 Subscribe gochuun maatii keenya ta'aa, Yaada keessan nuuf qooda.
#etvafaanoromoo #hirkoo #gammadaashow #bubbee #oromoocomedy #gonfaaddunyaa