"SIN QABA " ( SUMA QOFA 2) // New ethiopian oromic islamic Nashid // by Robsan mohammed
Robsan Mohammed
0:00 / 0:00
"SIN QABA " ( SUMA QOFA 2) // New ethiopian oromic islamic Nashid // by Robsan mohammed
428 727 просмотров · 6 месяцев назад
Robsan Mohammed
48,9 тыс. подписчиков
428 727 просмотров · 6 месяцев назад
Listen for more Robsan Mohammed
Subscribe to our official YouTube channel: / @robsanm
--------------
Follow Robsan Mohammed on:
instagram: / robsan_moha
TikTok: / robisha095
Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?...
Telgeram: https://t.me/@Hubbishka
-------
#robsanmahammed Mohammed Best Nashid #sumaqofa
lyrics
Golgola'ee dide Dukkanni addaatuu
Na Dhihuu malee waan bari'u fakkaatu
Dabrii teen dabaree Jireenya ulfaatu
Alhamdulillaahi Shukriin siif ha taatu
Kharaan irra dhufe dhaabbadhee yon laalu
Gaargaarsa kheeti Khan laffaati too caalu
Osoo khaasuu baattee gufuu na sakhaalu
Arra as gahuun khoo bar anaaf hin maluu
☆
Allah ya rahmanu...
mowla ya rahiimu ...4x
Atin dandeeysu ja'ee hundi na gooha
Rabbiin qaba makluqa malifin booha
Isa qabadheen dabare hunda loohaa
Shukri te yaa rabi amas sinin mooha
Akka waan aalamni guutuun na abaaree
Kharan deemu dhabe Sodaan na weeraree
Fedhii teetiin dhufe Siitu na baraaree
Kha khufe ol qabaan simalee jiraa ree
Allah ya rahmanuu...
mowla ya raahimu...4x
Khophaan jira ja'ee ofin godhu dhabaa
Kan khopa nan dhifne rahman ko sin qaba
Arraas akka khalee hamileen koo jaba
Tan xumura qabne hin qabdu jalqabaa
Hamdii tee yaa rabbi ya Khan qabne qixa
Tola ati nuuf oolte eenyu galchee fixa
Amrii teeni hogguu aduun bahee lixaa
Ammas haajaa teenya me nu baasi fiinxa
☆☆●●☆☆
Allah ya rahmanu. .
Mowla ya Rahimuu 4x
Eegala kharaa bakkaan irraa dhufee
Isaa beekha gufuu kharaa khiyya cufe
Isa qabadhee yoon deemsa itti fufe
Galma kon hanqadhu suta ja'uus daddafee
Gabroota kheetirraa Maafin dubat hafa
Miila khiyya fudhen Gama khee daddafa
Namni kankee tahe qalbii takkaan rafa
Kankee na goradhu khee taheetiin hafa
#muazhabib #ethiopia #oromonews #nasheed #manzuma