'Hidhi Haaromsaa Itoophiyaan ijaarte rakkoo guddaa Masiriitti uumaa jira’-Tiraamp
BBC News Afaan Oromoo
0:00 / 0:00
'Hidhi Haaromsaa Itoophiyaan ijaarte rakkoo guddaa Masiriitti uumaa jira’-Tiraamp
11 821 просмотр · Трансляция закончилась 2 месяца назад
BBC News Afaan Oromoo
192 тыс. подписчиков
11 821 просмотр · Трансляция закончилась 2 месяца назад
Ashamaa! Sagantaa har’aan;-
-Hidhattootni WBO bu'uura misooma bishaan dhugaatii mancaasuun uummatni rakkoo bishaan dhugaatiif saaxilamuu jiraattonni himachuu.
-Tiramp 'Hidhi Haaromsaa Itoophiyaan ijaarte rakkoo guddaa Masiriitti uumaa jira’ jedhe.
-TPLF qophii waraanaaf dargaggoota uummataarraa dirqamaan guuraa jiraachuu jiraattoonni himachuu.
Kaanis qabna dhiyaadhaa!
Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo
WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy...
#ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia