Перейти к содержимому

🎵 Obsi Yaa Lubbuu Koo 🎵// #faarfannaa_afaan_oromoo ‪@EbaDiribaOfficial‬ @dawitgirmafufa #gospel

Oli 3T Media

0:00 / 0:00

🎵 Obsi Yaa Lubbuu Koo 🎵// #faarfannaa_afaan_oromoo ‪@EbaDiribaOfficial‬ @dawitgirmafufa #gospel

1 478 просмотров · 2 месяца назад
Oli 3T Media
4,59 тыс. подписчиков
1 478 просмотров · 2 месяца назад
🎵 Obsi Yaa Lubbuu Koo 🎵 "Obsi Yaa Lubbuu Koo" jechuun yeroo rakkinaa fi qorumsaa keessatti Waaqayyotti amanuu, abdii osoo hin kutatin jiraachuu, fi Yesuus Kiristoos qofatti hirkachuu jechuudha. Faarfannaan kun akka ati jabaattee amantii kee keessatti dhaabbattu, abdii haaraa argattu, fi nagaa Waaqayyoo qalbii kee keessatti akka ati qabaattu si gargaara 👉 Chaanaalii keenya subscribe godhaa. 👍 Video kana like godhaa. 💬 Yaada keessan nuuf barreessaa. 🔔 Faarfannaalee haaraa yeroo hunda argachuuf bell icon tuqaa. Waaqayyo isin haa eebbisu! #ObsiYaaLubbuuKoo #Faarfannaa #FaarfannaaOromoo #GospelOromo #Yesuus #YesuusKiristoos #Waaqayyoo #Amantii #Abdii #SagaleeWaaqayyoo #OromoGospel #ChristianMusic #Oromoo #Praise #Worship