Перейти к содержимому

Heera Murna Xiqqaa | Kutaa 1ffaa | Ep. 302

Ilmaormaa

0:00 / 0:00

Heera Murna Xiqqaa | Kutaa 1ffaa | Ep. 302

688 просмотров · 1 месяц назад
Ilmaormaa
5,15 тыс. подписчиков
688 просмотров · 1 месяц назад
Seenaan warra abbaa irree kan ol-guddisani himanuufi haalaan faarfamu keessatti heerri warra Ameerikaa akkamiinifi, eenyiun-eenyuuf tumame? Gartuun xiqqaan wolfootu, heera ummata ballaaf tahuu ni tumtii? Moo heera ummata ballaa hidhee, sakaalee, qabee bira taa'uu tumti? Gaaffiilee kanaaf kan kana fakkaatan deebii quubsaa argamsiisuuf ijibbaata goonu qophii duraa kanaan eegalla. Dhihaadhaa! Huubachiis! 1. Diqiiaa 26.02 haga 26.39 Jidduutti, " M" Massachusetts kan jadhame, Maryland haa jijjiiramu. 2. Arrabni namucucaate, " Magna Carta kan bara 1205 " kan an jadhe sun, bara 1215 haa huubatamu Fayyaa tahaa!