Raayyaa Abbaa Maccaa: Walleelee qabsaawaa Sabaafi Hayyuu sabaa kan taheen wallifaman By RM
Robso media
0:00 / 0:00
Raayyaa Abbaa Maccaa: Walleelee qabsaawaa Sabaafi Hayyuu sabaa kan taheen wallifaman By RM
13 268 просмотров · 3 года назад
Robso media
24,7 тыс. подписчиков
13 268 просмотров · 3 года назад
Raayyaa Abbaa Maccaa:Walleelee qabsaawaa Sabaa,Hayyuu sabaan wallifamaniifi ergaa cimoo qabaniifi jaalatamoofi yoomiyyuu hin dulloomne keessaa muraasa bakka tokkotti By Robso Media.
Robso Media is a private media works on afaan Oromo,Aada Oromo and Seenaa Oromo...
Miidiyaan Roobsoo Miidiyaa dhuunfaa yoo tahu kaayyoon keenyaas walleewwan Afaan Oromoon wallifamaniifi kanneen dagaagin Afaan, Aadaafi Seenaa Oromoo dhabamarraa oolchaniifi darbees akka dagaagee sadarkaa amma irra jiru kanaa gahu taasisan akka hin banneefi hin irraanfatamneefi darbees dhaloota dhufuuf dabarsuuf hojjachuuf Miidiyaa hundaa'e waan ta'eef isiniis kana hubachuun Miidiyaa kana akka hordoftaniifi jajjabeessitaniis asumaaniis isin afeerra!
#robsomedia #robso #oromomusic