Перейти к содержимому

HAMBAA: SOLOMON ALEMU

WAKJIRA TUBE

0:00 / 0:00

HAMBAA: SOLOMON ALEMU

1 996 673 просмотра · 4 года назад
WAKJIRA TUBE
316 тыс. подписчиков
1 996 673 просмотра · 4 года назад
Singer: #SolomonAlemu Topic: Hambaa Music: Raja Dingeta Videography: #BonneyWakjira Director: Wako Facebook:   / asafamalkawakjira   Telegram: https://t.me/asefawakjira Instagram:   / asefawakjira   #WAKJIRATUBE brings you #Oromo #Gospel songs and educational videos. Thank you for watching and subscribing. Walaloo faarfannaa #Hambaa Xuraawaan dhiqannaan hin baane Jireenya dhala namaa jeequ cubbuudha, Argamee harkaan hin qabamu hojiinsaa Namaaf waaqa diina gochuudha. Iddoonkoo in guute gaa hin jedhu Dhaloota ol adeemaa baayee duguugee, Addaataa akka dhiigaa diimessee Mul'achuuf kan tattaafatus haguuge. Araaar. ×3 Garaa jabaattee nun balleessiin aartee Hartee nu ambisi aftee. Maalooooo Garaa jabaattee nun balleessiin abbaa abbaa nu hambisii hambaa. 01. Si duratti hamaa goonerraa maaf of sobna kunoo ifaadhaa, Jiruun harkikee keessa hin jirree dhaabbataa hin qabu kufaadha. Akka wayyaa qullaan dhoksanii waanum jiru si dhoksuu yaallee, Karaa cubbuun du'atti geessaa isumarra yaana wal ilaallee. Qalbii jijjiirrachuun hafaa deeme eenyu qulqulluu waliin jennaa, Har'a innaa nagaayyuu akkas ta'ee boru innaa hammaatu eessa dhanna. Nun balleessiin abbaa ×3 Nu hambisii hambaa. Nama otoo ta'ee gowwoomsanii silaallee hin darbu yeroodhaa,kan goofticha da'eessu hin jiru hundumtisaa isaa fuulledha. Utubaa hin sochoone of seee namni akka duu maaf wallaale,waan biraan isa wal gowwomsaa ture maaf jedha eenyu du'ee gale. As duwwaatti nutti hin badiiniin garaa namoota hedduu guuteera, Dhiigni yesuusiif kan raajotaa garuu ol jedhe iyyata baneera. Namarra hin barbaannu uubaa Nutis qabna gantuu duubaa Mudaa namaaf kan mammaannu Keenyaf qoricha hin barbaannuu? Namarra hin barbaadiin uubaa Atis qabda gantuu duubaa Mudaa namaaf kan mamaaddu Kankeef qoricha hin barbaadduu Yoo jireenyi siif galee deebi'uu yoo feete ammallee mee akkas jedhi. Balleessuu balleesseera Yakkaas hojjadheera Araara naan gootuuree Garaa natti jabaattaaree.×3 Araar araarakee.qulqulluummaa hin Qabnu Cubbuu makamneerra Araar araarakee.Qooda qajeelummaa Hamminan beekamneerra Araar araarakee.Kan ciru ol adeemaa Yayyii nu keessa guute Araar araarakee.Sodaan gooftaaf Qabnu Ishin durii hara eessa Buute ×2 02 Namni araara si gaafatu gowwaa miti innoo ogeessaa, Cubbuu dhiqannaan hin baasu dhiiga keetu qulqulleessa. Qoraattiin gaaddisa hin ta'u meeqa waraansasaan dhiigna, Sin nubaasa tokkichakoo bubaakee jalatti fiigna. Dhukkubsatadhaaf Maleessaa Fayyaadhaaf dawaani hin Kennamuufii. Atis oli ergamuunkee nu`iif Warra cubbamoofi. Dhukkubsatadhaaf Maleessaa Fayyaadhaaf dawaani hin Kennamuufii. Atis oli ergamuunkee kan Akka Koo cubbamaafi. Naaf jireenya naaf galee dabaleen Sitti iyya ammallee akkas jedhee. Araarakeen barbaada Oolee bulees isan yaada Nan godhiinkaa nama oodaa Waliin qabna nutoo waadaa. Araarakeen barbaanna Oolee bulees isan yaanna Nun godhiinkaa nama oodaa Waliin qabna nutoo waadaa.