Перейти к содержимому

Seenaa Atileetii Ababaa Biqilaa | The Legend of Abebe Bikila (Barefoot Champion)

Seenaa namoota Beebeekamoo

0:00 / 0:00

Seenaa Atileetii Ababaa Biqilaa | The Legend of Abebe Bikila (Barefoot Champion)

154 просмотра · 13 дней назад
Seenaa namoota Beebeekamoo
106 подписчиков
154 просмотра · 13 дней назад
Baga gara kaanaalii Seenaa Namoota Beebbekamoo nagaan dhuftan! Viidiyoo idilee kanaan seenaa goota keenya addunyaa, Shambal Ababaa Biqilaa Bara 1924 Oromiyaa jiddatii dhalatee bal'inaan isiniif qabannee dhihaanera. Ababaa Biqilaa atileetii jalqabaaf onnee, kutannoo fi dandeettii isaatiin miila duudaa (kophee malee) fiigee Olompikii Roomaa bara 1960 irratti morkattoota isaa hunda duubatti dhiisudhaan meedaaliyaa warqee injifateedha. Seenaa kana keessatti afrikaataa jalqabaa meedaaliyaa warqee Olompikii injifate ta'uun maqaa isaa fi maqaa biyya isaa seenaa addunyaa keessatti qabsiiseera. Sana boodas bara 1964 Olompikii Tookiyoo irratti baqaqsanii yaalamii dhihoo erga godhee boodas deebi'ee meedaaliyaa warqee lammaffaa injifachuun addunyaa maratti dinqisiifannaa guddaa argateera. Viidiyoo kana keessatti: • Maaliif kophee malee fiiguu akka filate, • Adeemsa jireenya isaa fi leenjii isaa, • Injifannoowwan gurguddoo inni argate fi seenaa inni dhalootaaf dhiisee darbe fulaa fi fulaatti ni dhihaata. Garaagarummaa keessan daawwadhaa! Yoo viidiyoon kun siif ta'e, Like gochuu, Yaada keessan yaada (comment) irratti barreessuu fi namoota biroof Share gochuu hin dagatinaa. Kaanaalii keenya Subscribe gochuun maatii nuhi ta'aa! Welcome to Seenaa Namoota Beebbekamoo! In this detailed video, we explore the extraordinary life and legacy of the legendary marathon runner, Shambal Abebe Bikila. Abebe Bikila shocked the world at the 1960 Rome Olympics by winning the marathon gold medal while running completely barefoot. By doing so, he became the first Sub-Saharan African in history to win an Olympic gold medal, cementing his name forever in sports history. His greatness didn't stop there; just 40 days after undergoing an emergency appendectomy, he returned to win his second consecutive Olympic gold medal at the 1964 Tokyo Olympics, breaking the world record once again. In this video, we cover: • The real reason why he chose to run barefoot in Rome, • His early life, military background, and rigorous training, • His historic victories and the lasting impact he left on global athletics. Watch the full video to discover how determination and passion can break all barriers! If you enjoy this content, please Like, Comment, and Share it with others. Don't forget to Subscribe to our channel for more inspiring biographies! AbabaaBiqilaa #AbebeBikila #SeenaaAtileetotaa #OromoAthletes #EthiopianHistory #BarefootRunner #OlympicLegend #Rome1960 #MarathonLegend #SeenaaNamootaBeebbekamoo #OromoYouTube