Перейти к содержимому

GAARUMMAA || SINGER SAMUEL ABERA. New Oromo Gospel Song 2026. ‪@oboromedia‬ ‪@EGEREEMEDIA‬

Samuel Abera Official

0:00 / 0:00

GAARUMMAA || SINGER SAMUEL ABERA. New Oromo Gospel Song 2026. ‪@oboromedia‬ ‪@EGEREEMEDIA‬

5 107 просмотров · 15 ч назад
Samuel Abera Official
6,43 тыс. подписчиков
5 107 просмотров · 15 ч назад
🎵 Samuel Abera Official 🎵 Baga nagaan dhuftan gara Samuel Abera Official tti. Chaanaalii faarfannaa, waaqeffannaa fi ergaa Wangeelaa ittiin qooddannu waan ta'eef subscribe gochuun nu hordofaa. 🎶 Faarfannaa Haaraa 🙏 Waaqeffannaa fi Galata 📖 Ergaa Wangeelaa ❤️ Faarfannaa Hafuuraa fi jajjabina kennan 🎥 Viidiyoo Faarfannaa Haaraa fi Qabiyyee Hafuuraa Kaayyoon keenya maqaa Waaqayyoo ol kaasuu, namoota jajjabeessuu fi ergaa Wangeelaa karaa faarfannaatiin ga’uu dha. 👉 Chaanaalii kana Subscribe godhaa, 🔔 mallattoo beeksisaa cuqaasaa, akkasumas viidiyoo keenya jaallattan Like, Share fi Comment godhaa. Odeeffannoo dabalataaf lakkoobsa bilbilaa 0911312228 nuuf bilbilaa. Title: Gaarummaa Singer: Saamu'eel Abarraa Vocal: Martha Fikadu Music Arrangements: Rainbow Studio Mixing & Mastering: Rainbow Bekele Kirar: Rainbow Bekele Poster Design: Abinezer Produced by: Samuel Abera Official #GAARUMMAA_WALALOO_ISAA👇 Ana mitiim silaa kan fuula kee miti fuulleeke dhaabatu Ana mitiim silaa carra kan argatee namni ssifaarfatuu Ana mitiim silaa inni ulaagaa guutee taa'u tarree namaa Anamitiim silaa gaarii hojiikeetiif maal jedheen siwaama Akka goote gootee nafidde ulaagaan darbamnee Innan har'a faarfachaa jiruu abjuudhan yaadamnee Lubbuukoo du'a jala baaftee quubsite gaarummaa Aarsaa qalma horiin barbaadduu kankee galatumaa An lafakoo beekaa iddoo ka'umsakoo wixinee ganamaa An hammakoos beekaa namni moggaa dhufee attamiin muudamaa Nadhibee nan dhiisuu angafoota darbee akki ilaalchakee Cal nan jechisiisuu narra tuttuulamee jira gaarummaankee Humna keetiin malee kanan ittiin dhufe humna maaliin qabaa Namni abdii kutee taa'ee du'a eegu goote loltuu jabaa Durumaa namni ati akeeka irraa qabdu dideema jiraata Namni gargaaramee laga du'aa darbee naajjin sifaarfataa Maal jedheen ibsa gaarummaakee Isa naaf baayate araarakee Gaariikoo gaarummaan nabite Naabariisifte aduu dhiitee Faarfannaa goote guyyootakoo Na injifachiifte haalotakoo Ani har'a isa durii miti Guyyaan kun naaf guyyaa kakuuti guyaa isa naan jedhametyi darbuuti #gaarummaa #faarfannaagoote #guyyootakoo #aniisaduriimiti #samuelaberaofficial #samuelabera #faarfannaa #faarfannaaafaanoromoo #waaqeffannaa #faarfannaahafuuraa #gospel #gospelmusic #oromogospel #oromogospelmusic #christianmusic #worship #praiseandworship #wangeela #yesuuskiristoos #amantii #faarfannaahaaraa Follow👇 Facebook:   / samuel.abera.79   TikTok: tiktok.com/@singersamiabera YouTube:    / @samuelaberaofficial