Перейти к содержимому

𝗛𝗨𝗗𝗛𝗔𝗔 (') :𝗕𝗮𝗿𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗔𝗳𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗿𝗼𝗺𝗼𝗼 𝗞𝗨𝗧𝗔𝗔 𝟵𝗳𝗳𝗮𝗮

WAAMICHA QUBEE 2

0:00 / 0:00

𝗛𝗨𝗗𝗛𝗔𝗔 (') :𝗕𝗮𝗿𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗔𝗳𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗿𝗼𝗺𝗼𝗼 𝗞𝗨𝗧𝗔𝗔 𝟵𝗳𝗳𝗮𝗮

15 065 просмотров · 5 лет назад
WAAMICHA QUBEE 2
41,6 тыс. подписчиков
15 065 просмотров · 5 лет назад
Afaan Oromoo afaan dhaloota keenyaafi afaan saba Oromoo ta'uurra darbee afaan Afrikaa keessatti guddaa ta'ee fi afaan namoota miliyoona hedduun dubbatamuudha. Garuu afaan kun karaa barreeffamaa seerluga isaatiin baay'ee duubatti hafe jira. Kanaaf dhaloonni amma jirru kun immoo adaraa abbootii keenyarraa fudhanne itti cichuun afaan kana irratti hojjennee afaan teknolojii gochuu qabna. Garuu akkuma beekamu baay'een keenya Qubee Afaan Oromooyyuu qixa sirriin qubeessuun baay'ee nu rakkisa. Kana furuuf immoo barachuu ykn barsiisuun dirqama. Inni tokkorra fooyyee qabu isa gadii barsiisaa, isa isarra fooyyee qaburraa barachaa afaan keenya guddisuu qabna. Akkasumas Afaan_Oromoo pilaatformiiwwaan garaagaraa (kan akka google, facebook, telegram, youtube, instagram, fi k.k.f) irratti hiikuun afaan keenya afaan teknolojii gochuun hawaasa keenya fayyadamaa taasisuu qabna. Akkasumas namoota kaawwanis qixa seerluga isaa eegne barsiisuu qabna. Kana gochuuf hundi keenya hirmaannaa garaagaraa gochuu qabna. Akkuma dandeetti keenyatti hirmaachuu danda'uu qabna. #WAAMICHI_QUBEEs ga'ee ofii bahuuf barumsa isiniif qabatee dhiyaate jira. Barumsi keenyaas qubee Afaan_Oromoo irraa eegaluun hanga seerluga Afaan_Oromoo guutuutti isin barsiisa. Kanaaf namoonni qubee hin beeknes ta'ee namoonni seerluga barreeffama Afaan Oromoo irratti hir'ina qabdan koottaa baradhaan affeerraa keenya. Barumsa keenya argachuuf karaa youtube, telegram, whatsapp fi fuula facebook geessituuwwan (link) armaan gadii tuquun nutti dabalamuu ni dandeessuu. youtube:    / @waamichaqubeewq   Telegram: https://t.me/WAAMICHAQUBEE Whatsapp: https://chat.whatsapp.com/IOJopUkr2iW... Facebook: https://www.facebook.com/waamichaqube... Chaanaalii keenya #SUBSCRIBE​​​​​​​​​​​​​​​​​​ gochuun nutti dabalamaa.    / @waamichaqubeewq   Yeroo saubscribe gootaan mallattoo yaadachiiftuu kana 🔔🔔🔔 tuquun akkuma viidiyoo upload gooneen argadha. like gochuus hin dagatinaa. #Afaan_Oromoo #maalummaa_afaanii #amaloota_afaanii #siinsaga #xinqooqa #Qubee #qubee_Afaan_Oromoo #qubee_dubbifamaa #qubee_dubbifamaa #Qubee_qeenxee #qubee_dachaa #sagalee #sagaleewwan_dubbii #sagalee_laafaa #sagalee_jabaa #sagalee_dheeraa #sagalee_gabaabaa #sagalee_hudhaa #sagalee_irrabutaa #jechoota_tishoo #dhamjecha #qubee_ergisaa_Afaan_Oromoo #Qubee_Afaan_Oromoo #Afaan_Oromoo #jecha #jecha_ijaaruu #jecha_Afaan_Oromoo #jecha_Afaan_Oromoo_ijaaruu #Birsaga #caasaa_birsagaa #gaalee #ciroo #garee_jechootaa #maqaa #mathima #antima #xumuurtu #gulummoo #ibsa_maqaa #maqibsii #ibsa_xumuuraa #xumibsii #gochima #gochibsii #bamaqaa #duurduubee #firoomsee #walqabsiistuu #sirna_tuqaalee #mallattoo_gaaffii #mallattoo_waraabbii #mallattoo_raajeffannoo #tuqaa #qabxii #mallattoo_qoodduu #sarara_xiqqaa #buufata_xiqqaa #tuq_lamee #qoodduu_jabaa #fuftuu #qubguddeessa #gabaajee #kottoonfachiisuu #hima #hima_ijaaruu #gosoota_himaa #caasaa_himaa #hima_gaaffii #hima_xumuuraa #keeyyata #gosoota_keeyyataa #maalummaa_keeyyataa #caasaa_keeyyataa #ennaa #hennaa #barruuu #gosoota_barruu #Afoola #Afoola_Afaan_Oromoo #xalayaa #xalayaa_barreessuu #gosoota_xalayaa