Перейти к содержимому

Economics Grade 9 Unit 3 |Part..2 Afaan oromoo Types of markets circular flow of Economic Activities

Daandii Bekkumsaa

0:00 / 0:00

Economics Grade 9 Unit 3 |Part..2 Afaan oromoo Types of markets circular flow of Economic Activities

736 просмотров · 1 мес. назад
Daandii Bekkumsaa
4,27 тыс. подписчиков
736 просмотров · 1 мес. назад
Barnoota Economics kutaa 9ffaa Unit 3 Part 2 keessatti mata-dureewwan ijoo Economics haala salphaa, ifaa fi hubatamaa ta’een ni baranna. Barnoonni kun barattoota Grade 9ffaa qormaataaf, homework fi hubannoo dabalataaf qophaa’e. 📖 Video kana keessatti: Yaad-rimeewwan ijoo Unit 3 Hiika jechoota Economics Ibsa bal’aa fi fakkeenya Qabxiilee ijoo barnootaa Gaaffilee qormaataa fi yaadannoo #Economics #Grade9 #EconomicsGrade9 #Unit3 #Part2 #AfaanOromoo #Oromiffa #Kutaa9ffaa #Barnoota #EconomicsAfaanOromoo #OromoEducation #EthiopiaEducation