Jechoota Qeenxee Fi Baay’ina ibsan Afaan Oromoo # Learn Afan Oromo #Amharic English letters
Kokeb Academy
0:00 / 0:00
Jechoota Qeenxee Fi Baay’ina ibsan Afaan Oromoo # Learn Afan Oromo #Amharic English letters
495 просмотров · 2 недели назад
Kokeb Academy
9,96 тыс. подписчиков
495 просмотров · 2 недели назад
Jechoota Qeenxee Fi Baay'ina Ibsan Afaan Oromoo bifa salphaa, miidhagaa fi ifa ta'een ijoollee, barattootaa fi hordoftoota keenyaaf qabannee dhiyaannee jirra. Barumsi kun garaagarummaa jechoota qeenxee (singular) fi baay'ina (plural) haala salphaan dubbisuu fi barreessuu barachuuf baay'ee mijaawaadha.chaanaalii keenya Like, Share fi Subscribe gochuun nu jajjabeessaa, yaada fi gaaffii qabdan hunda yaada (comment) irratti nuuf barreessaa!
Nu Quunnamuuf:
Telegraamii / Miidiyaa Hawaasaa: @KokebAcademyEdu
Bilbila: +251923490406
Galatoomaa! Thanks for watching!