Перейти к содержимому

Maaloo yaa abbaa koo karaa irraa na kaassi

መዝሙር ዘኦርቶዶክስ Orthodox Mezmur

0:00 / 0:00

Maaloo yaa abbaa koo karaa irraa na kaassi

27 781 просмотр · 6 лет назад
መዝሙር ዘኦርቶዶክስ Orthodox Mezmur
44,6 тыс. подписчиков
27 781 просмотр · 6 лет назад
Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodooksii Tawahidoo Itiyoophiyaatti faarfannaa afaan oromoo haaraa. *************************** Maaloo yaa abbaa koo karaarraa naa kaassi Akka hiriyoota koo guutu naa taasisii Qaroo koo dhabudhaan karaatti hafeerraa Maaloo yaa Iyyesuus koo an si waamadherraa Maa abbaa koo an si waamadherraa *************************** Isaa moo maatiisaadha kan waa balleessee Moo gidiraa isaattin kan qaroo isaa jaamse Jedhannii gaafatan waa'ee kee cimsannii Isaan fayyisuu kee taasa yoom yaadanni(2x) *************************** Hiyyumaa koo jechaa dhaburraan kan ka'ee Ceephoo biyya lafaa anarraatti ta'ee Nan amanaa gooftaa hin hafuu karaarratti Iji koo na jamtuus lapheen koo si ilaalti(2x) *************************** Siti amanaa gooftaa duraa kee dhabaadhe Jabeessettan iyyaa naa fayyisi jedhee Fariisotni yaadan karaa natti cufu Hin deemin nan jedhuu yoon gara kee dhufu(2x) *************************** Isaa moo maatiisaadha kan waa balleessee Moo gidiraa isaattin kan qaroo isaa jaamse Jedhannii gaafatan waa'ee kee cimsannii Isaan fayyisuu kee taasa yoom yaadanni(2x) *************************** #SUBSCRIBE Our channel to get more Videos. Well come to Our Youtube Channel 'ROOBAA NUUF' here we upload best Afaan Oromoo Ethiopian Orthodox tewahido church songs/plasm and Ethiopian Orthodox Online Education and Tutorials for all Tewahido's in best way to song with the video. Join Our Youtube channel MemberShip    / @roobaanuuf      / roobaanuuf   Visit SBOO https://afanoromobatch.com Visit Learnonces https://learnonces.000webhostapp.com