Bareeduu qalbii isaa hatte🥹💔/ Seenaa Jaalalaa
Ogeesa Jalala
0:00 / 0:00
Bareeduu qalbii isaa hatte🥹💔/ Seenaa Jaalalaa
3 777 просмотров · 1 дн. назад
Ogeesa Jalala
33,5 тыс. подписчиков
3 777 просмотров · 1 дн. назад
Baga nagaan dhuftan gara Ogeesa Jaalalaa ❤️🎬
Ogeesa Jaalalaa jechuun bakka itti argattan seenaa jaalalaa, seenaawwan miira namaa tuqan, jireenya dhugaa, muuxannoo namootaa fi barnoota jireenyaa haala nama hawwatuun itti isiniif dhiyaatanii dha.
Seenaawwan keenya keessatti gammachuu fi gadda, abdii fi qormaata, jaalala fi murtiiwwan jireenyaati ilaalla. Kaayyoon keenya isin bashannansiisuu qofa osoo hin taane, akka waan irraa barattanii fi yaada illaalcha keessaan jijjiiru isiniif dhiyeessuudha. ❤️
ati yoo seenaalee jaalalaa, seenaa namaato muuxannoo qabani, seenaalee miira namaa tuqan fi seenaalee jireenyaa jaallatte, Ogeesi Jaalalaa bakka keeti.
🔔 Subscribe godhi
❤️ Video keenya like godhi
💬 Yaada kee comment keessatti nuuf qoodi
🔔 mallattoo beeksisaa cuqaasi, seenaawwan haarani akka sin dabareef.
Ogeesa Jaalalaa — mana seenaawwanii fi jaalalaa itti argattan. ❤️🎬
#oromo #oromomusic #oromia #oromomp3 #oromogospelsongs #oromosongs #oromotechno #oromofunny #oromo_news #oromo_news #oromolovesong #oromolovesong #orom #oro