FALMAA || FAARFATAA ZARIHUN GUUTAA. New Oromo sGospel Song 2026. @EGEREEMEDIA @oboromedia
Zarihun Guta Tube...Official
0:00 / 0:00
FALMAA || FAARFATAA ZARIHUN GUUTAA. New Oromo sGospel Song 2026. @EGEREEMEDIA @oboromedia
9 774 просмотра · 2 нед. назад
Zarihun Guta Tube...Official
1,95 тыс. подписчиков
9 774 просмотра · 2 нед. назад
🎤 ZARIHUN GUTA OFFICIAL 🎶
Baga nagaan dhuftan!
Channel kana irratti faarfannaa Afaan Oromoo, faarfannaa hafuuraa fi faarfannaa Waaqayyoo ni argattu. 🙏🎶
Faarfannaa haaraa fi hojiiwwan koo isin biraan gahuuf channel kana Subscribe godhaa.
Viidiyoo isin jaalattan Like, Share fi Comment godhaa.
Waaqayyo isin haa eebbisu! 🙏❤️
ZARIHUN GUTA OFFICIAL 🎤
FALMAA GUUTUU ISAA!$
Waaqayyo anaaf tiksee kooti
Lakki an homaa hin dhabu3×
Marga lalisaatti nabobbase
Burqituu araaraa na obaase
Waaqayyo maal if harkaa dhabee
Harka duwwaa yoom na geggeesse
Akka namaa mitii *5 of irrattan argee
isa na argen argee
Elro'i isa na argen arge
Elro'i guyyaa gidiraakoo
Elro'i gaafa galaanni na nyaate
Elro'i muka qaabatakoo
Yesuus giddu galeessakoo kakuu haaraa
Yesuusi iinan arge ifa bara baraa
Yesuus utuuti hinjirre enyunni harka na qabuu
Yesuusi lubbunko simalee fira hinqabu
Yesuusi ututi hinjirre enyunni harka na qabee
Yesuusi lubbuunko simalee fira dhabee
Yesuusii si dhakkaayii falmaan haadha iyyeessa
Yesuusi silaa essa abbaa koottan of geessa
Yesuusi sidha gargaaraan nama ko'essaa
Yesuusii sila oljedhe hindeemum nama keessaa
Yesuusii utuu ati hinjirree karaa ilaalaan hafaa
Yesuusii silaa maaltu barbaachakoo dhufaa
#zarihunguta
#zarihungutatube
#zarihungutaofficial
#zarihungutafaarfannaa
#zarihungutagospel
#faarfannaa
#faarfannaaoromoo
#faarfannaawaaqayyoo
#faarfannaakiristaanaa
#faarfannaahafuuraa
#oromogospel
#oromoworship
#oromogospelmusic
#afaanoromoo
#gospel
#gospelsong
#worship
#worshipsong
#christiansong
#christianmusic
#spiritualsong
#ethiopiangospel
#oromochristian
#gospelmusic
Follow👇
Facebook: / zarihun.guuta
YouTube: / @zarihungutatube