Barnoota Mathematics kutaa 9ffaa Boqonna 1 Part II (Grade 9 Mathematics in oromic language)
Multi Skill Media(MSM)
0:00 / 0:00
Barnoota Mathematics kutaa 9ffaa Boqonna 1 Part II (Grade 9 Mathematics in oromic language)
5 372 просмотра · 1 год назад
Multi Skill Media(MSM)
13,1 тыс. подписчиков
5 372 просмотра · 1 год назад
Barnoota Mathematics kutaa 9 ffaa boqonnaa 1 part II kana keessattii kan nuti waliin barannuu Waa'ee mallattoolee ykn iddobu'eewwan tuuta (notation of sets) kanneen jedhamanidha. Barnoota kana keessatti Hiikka tuutaa duwwaa (empty sets), tuuta dhaabbata (finite sets) fi akkasuma tuuta itti fufaa (Infinite sets), Example fi Exercise gara garaa ni hojjenna. Ibsii barnoota kana keessaaatti ta'ee karaa salphaadhaafi akkataa nama galuun waan ta'eef barattootni keenya akka carra gaariitti itti fayyadamuu qabu. #abugida # etv, #OBN, # webdevelopment #sifeenee #Biiroo barnoota oromia,#Ethiopia, #global #Education, #https://web.telegram.org/a/#-10015350..., # • Barnoota Mathematics kutaa 9ffaa Boqonna 1...