Universitii Keessatti Qabxiin Akkamitti Hojjetama? | GPA fi CGPA Jechuun Maal?
Sabaaf Academy
0:00 / 0:00
Universitii Keessatti Qabxiin Akkamitti Hojjetama? | GPA fi CGPA Jechuun Maal?
523 просмотра · 1 мес. назад
Sabaaf Academy
931 подписчик
523 просмотра · 1 мес. назад
Gargaarsa Barattoota Kutaa 12ffaa haaraa Universitii seenaniif! Viidiyoo kana keessatti universitii keessatti qabxiin (Grades) akkamitti akka hojjetamu, akkasumas garaagarummaa GPA (Grade Point Average) fi CGPA (Cumulative Grade Point Average) gabaabbinaan fi salphaatti ibsineerra. Barattoonni haaran hundi beekuu kan qaban!Viidiyoo kana keessatti kan barattu:Qabxiin koorsii tokkoo akkamitti herreegama?GPA jechuun maal?CGPA jechuun hoo maal?Hordofaa, yaada keessan barreessaa, subscraibe gochuus hiraanfatinaa!