Перейти к содержимому

Galanni galanni classical oromo gospel music

Oclassical Sounds

0:00 / 0:00

Galanni galanni classical oromo gospel music

110 просмотров · 2 месяца назад
Oclassical Sounds
8 подписчиков
110 просмотров · 2 месяца назад
galanni 2x classical music#old Galanni (4x) Ulfinni ulfinni guddinni guddinni WAAQAYYOf haa ta'u baruma-baraani Inni dinqii godhu hin jijjiramu inni Worri Filisxeemi nutti hinaafanii Burqituu keenyatti biyyoo uwwisani Didee dhuma yaa'ee humni isaa jaaa dha Mtaa gubbaa darbee baay'ee isaanii iyyuu liqimseera Galanni (4x) Ulfinni ulfinni guddinni guddinni WAAQAYYOf haa ta'u baruma-baraani Inni dinqii godhu hin jijjiramu inni Biyya ormaa keessatti baayy'ifnee gaddinee Dhiphuun badna seenee yommuttii yaaddofne Lolli nurratti ka'ee warra mootii taanee Guyyaa gara guyyaatti WAAQAYYOO immoo nu baayy'ise Galanni (4x) Ulfinni ulfinni guddinni guddinni WAAQAYYOf haa ta'u baruma-baraani Inni dinqii godhu hin jijjiramu inni Burqaan keenya burqee yaa'eef fagoo ga'ee Lafa gogaa duraa baay'ee isaanii jiise Midhaan facaafannee ittiin guddateera Iji isaa bilchaatee sanyiif keewwanneerra Galanni (4x) Ulfinni ulfinni guddinni guddinni WAAQAYYOf haa ta'u baruma-baraani Inni dinqii godhu hin jijjiramu inni WAAQQAYYO haa ulfaatu nu si'achi hin badnu Humni WAAQAA fi lafaa homtinuu nu hin raasu Jabaannee dhaabanna mo'ichi kan keenyaa Gooftaatu nuu hidhee hidhaa mudhii keenyaa. Galanni (4x) Ulfinni ulfinni guddinni guddinni WAAQAYYOf haa ta'u baruma-baraani Inni dinqii godhu hin jijjiramu inni Burqaan bishaanichaa Gooftaa keenya harka Maqaan Isaa haa ulfaatu nu irratti lolaasa Yeroo gara yerootti dheebuuttii nu baasa Jireenya hin dabarretti ittiin nu geggeessa